LibreOffice 7.6 Help
Durtiidhaan, LibreOfficen ofumaan dogongoroota qubeessuu beekamoo hedduu sirreesseetu, yemuu barreessuu, dhangeessaa hojii irra oolcha.
Ufmaa sirreessa ykn guutummaa ariitii gaabbuf, dhiibi Ajaja Ctrl+Z.
To turn off most AutoCorrect features, remove the check mark from the menu Tools - AutoCorrect - While Typing.
Choose .
Caancala BakkaBuusi cuqaasi.
Tarree OfiinSirreessaa keessaa, cimdi jechaa warra haqu barbaadduu fili.
Haqi cuqaasi.
Choose .
Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.
Saanduqa filannoo(oota) "Baakkabuusi" haqi.
Choose .
Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.
Saanduqa filannoo kan “Hima hundaaf qubee isa jalqabaa qubgudddeessi” mirkaneessi.
LibreOffice ofumaan, yammuu arfiilee armaan gadii sadi barreessiitte, galchii gad-dhiibdu, sarara fakkasa: - _ = * ~ #
Choose .
Caancala Dirqaleewwan cuqaasi.
Clear the "Apply border" check box.